# ja/0g613yeWAELN.xml.gz
# orm/0g613yeWAELN.xml.gz


(src)="2"> (英語では 9 と 1000分の 5 ひく 3と 1000分の 6 と言うこともあります.)
(src)="3"> 小数のひき算をするときにはいつでも,
(trg)="1"> 9 . 005 hir 'isu 3 . 6 herreeguu qabna , ykn hin laalla akka 9 tuqa 5 hir 'isu 3 tuqa 3 tti .

(src)="4"> 一番重要なことは小数点をそろえることです.
(src)="5"> これは小数のたし算でも同じです.
(src)="6"> これは 9.005 ひく 3.6 です
(trg)="2"> Yeroo Lakkofsa tuqaa hir 'isu dha dalgdu hunda , wanti guddaan yeroo iddatullee , tuqaawwan wal jalatti tarreessuu qabda . marree kun , 9 . 005 hir 'isu 3 . 6 ti .

(src)="8"> ひき算の前に小数点をそろえました.
(src)="9"> ひき算ができます.
(src)="10"> ではここからはじめます.
(trg)="3"> Marree waljalatti tarreessinee jirra amma . hir' isuuf . amma hir 'su ni dandeenna marree asitti eegalla .

(src)="12"> これを 3.6 と考えるか, 3 と 10分の 6 と考えてもいいですが
(src)="13"> ここに 2 つの 0 を書くことができます.これは
(src)="14"> 3 と 1000分の 6 と考えてもよく, それは 10分の 6 と同じです
(trg)="4"> 5 hir 'isu 0 qabna can akka 3 . 6 ykn ammoo akka 3 tuqa 6 tti laaluu dandeetta . asitti duwwaa lamaa dabali 3 fi 600ffaa( 3 . 600 ) , akkasitt yoo laaltu marree , hayyee , 5 hir 'isu 0 jetta 5 numa ta 'a . ykn yomaa achi yoo hin jirre shan afoo , 5 irraa duwwaa yoo fudhan shanumata ta 'a jechu 0 irra duwwaa yoo hir' isan , duwwama ta 'a . achin 0 hir 'isu 6 qabda 6 duwwaa irra hir 'isu hin dandeettu . waa asitti galtuu qabna wanti godhuuf deemnu , walitti makuu 1 , 9 irraa fudhachuudha deemna .

(src)="25"> 1 つの 1 を 9 からとると, ここは 8 つの 1 になります.
(src)="26"> 意味もなく勝手に数をとることはできません.
(trg)="5"> Hayyee , akkas haa goonu . marre 1 , 9 irraa haafuunu . achin 8 ta 'a .

(src)="27"> その 1 を 10 分の1 の位に置いて つじつまをあわせます.
(src)="28"> 思い出して下さい. 1 は 10分の10に等しかったですね.
(trg)="6"> 1 saniin waa godhuu qabna . bakka kudhanii keenna

(src)="29"> ここが 10 分の1です.
(src)="30"> ですから,ここに置くと 10 になります.
(src)="31"> これは桁借りで,1 を借りてくると 教わった人もいるかもしれませんが,
(trg)="7"> Amma yaadadhu kaa , 1 guutuu , 10 qita kun bakka kudhaniiti marree kun kudhan ta 'a

(src)="32"> しかし,実際には返さないので取っています.この10は
(trg)="8"> Akka waan ergifattuu fa 'a jedhanii barsiisan

(src)="33"> 実は左の桁から取ってきたものです.
(src)="34"> 1 は 10 個の 10分の1ですから, 10 を10分の1の位に置きます.
(trg)="9"> Ima fodhatarta jechu , dhugatti 10 bitaa kee irraafudhataa jirta .

(src)="35"> すると 10 ひく 6 ができます.
(src)="36"> 色を変えましょう.
(src)="37"> 10 ひく 6 は 4 です.
(trg)="10"> 1 guutuun , 10ffa , bakka kudhaffaa jirra marree 10 , hir 'isu 6 qabna . bifa haa jijjiiruu mee 10 hir 'isu 6 , 4 ta 'a . tuqa tee achuu qabda , achin 8 .

(src)="40"> ですから 9.005 ひく 3.6 は 5.405 です.
(trg)="11"> 8 hir 'isu 3 , 5 ta 'a . marree 9 . 005 hir 'isu 3 . 6 , 5 . 405 ti .

# ja/26N1RyhPb9S4.xml.gz
# orm/26N1RyhPb9S4.xml.gz


(src)="3"> 質問は、どの分数が
(src)="4"> 3 x / 5 を x/4+x/2で割ったものと同じですか?
(src)="5"> まず、分母を簡略化しましょう。
(trg)="1"> amma gaafii 71ffaa irra jirra . kan gaafatamne , fraakshinii kamtu kanaan wajji wal qixa isa jedhu 3x / 5 hiruu x+4/ x+2 ? karaan gabaabaan , isa jala jiru ( denominator ) sun haa addaan furree fooyyeeysinuu . kanaafuu kan 3x/ 5 cufuma isaanif denominator argamsiisuun dirqama ykn karaa nuuf fooyyeeysa . denominatorri walii galaa cufaa isanii 4 dha . kanaafuu , yoo denominatori nuti qabnu 4 tahe ,, x/ 4 n kun dhugumatti x/ 4 . x/ 2 n kunilleen 2x/ 4 waliiin waanuma takkittiidha . ammallee ada 'uun 2x/ 4 kuniis kanuma waliin tokko .

(src)="14"> ある分子で分割することは
(src)="15"> その分子の逆で乗算すると同じことです。
(src)="16"> つまり、これは、3x/5に
(trg)="2"> 2x/ 4 kuniis x/ 2 waliin tokkuma . ergasii amma yoo hirte firaakshinii tahe tokkoon , kuni akkasumatti heddummeeysuu wajjiiniis tokkuma taha , ( inverse ) ykn garagalchaa yoo tahullee . kanaafuu kuni 3x/ 5 wajjiin walqaixa tahuuf deema yoo heddemmeeysinu garagalchaadhaan ykn ( inverse ) suniin kan kanaa , heddummeeysuu 4/ x +2x

(src)="19"> xを取り出し、
(trg)="3"> Mee haa laalluu waan godhuu dandeenyu .

(src)="20"> これは、1+2で
(trg)="4"> Eegaa , x kana asitti fooyyeeysuu dandeenya .

(src)="21"> 3 です。
(trg)="5"> Kanaafuu , x baayyisuu 1 dabaluu 2 .