1:26) Haa taʼu malee, bilisummaan keenya daangaa qaba.
(Gen. 1:26) Nobe kunjalo, inkhululeko yetfu ilinganiselwe.
Kanaafis waan Waaqayyo walitti qabsiise, namni gargar hin baasin.
Ngako-ke loko lakuhlanganisile Nkulunkulu, akungabe kusehlukaniswa ngumuntfu."
Namastwaam shamaanaaya shayitaayotthitaaya cha,
Emana sthane yete cai dujana yethaya keu rabe na,
Namni dheebote haa dhufu, namni bishaan barbaadus utuu gatii itti hin baasin bishaan jireenya kennu haa fudhatu" jedhee (Mul'ta 21:6;22:7).
Nalomile akete, lotsandzako akatsatse emanti ekuphila ngesihle."
17 Dubartii hiyyeettii abbaan manaa irraa duʼee fi bara Yesuusitti turtes yaadaa.
17 Cabanga nangendzaba yemfelokati lophuyile wangesikhatsi saJesu.
Yommuu dulloomnu of gargaaruu kan dandeenyu akkamitti?
Sitawutinakekela njani tidzingo tetfu nasesikhulile?
12 Michuu keetiif kennaa gatii guddaa qabu tokko kennite haa jennu.
12 Asesitsi upha umngani wakho sipho lesiligugu.
Mirga filannoo keenya matumaa maal gochuu hin qabnu?
Yini lokungakafaneli siyente ngenkhululeko yetfu yekutikhetsela?
22:6 "Akka itti jiraachuun ta'u mucaa barsiisi, innis yeroo dulloomu iyyuu irraa hin kaatu.
Khulisa umntfwana ngendlela lekufanele aphile ngayo; kuyakutsi nome asakhulile angesuki kuyo.
Wanta gochuu hin dandeenye irratti utuu hin taʼin, wanta gochuu dandeessan irratti xiyyeeffadhaa."*
Naka kakhulu loko longakhona kukwenta kunekutsi unake loko longeke ukhone kukwenta."*
Ani waaqayyo kee ti hin na'in!
ungajabhi, ngobe mine nginguNkulunkulu wakho.
2 Yaada garaa keessanii wanta waaqa irra jirutti hidhaa malee, wanta lafa irra jirutti hin hidhinaa!
2 Tingcondvo tenu atihlale tinake tintfo letisezulwini, hhayi letisemhlabeni.
Nuyi ijoollee Waaqayyoo erga taanee, warra waan hundumaa argatan in taana; waan kana hundumaas Waaqayyoo biraa in arganna; Kristosii wajjin erga dhiphannee, isaa wajjin immoo ulfaachuudhaaf, waan Kristos argatu hundumaas isaa wajjin in arganna.
Njengobe sibantfwana bakhe nje, sitindlalifa futsi: Sitindlalifa taNkulunkulu, yebo, sitindlalifa kanye naKhristu; nangabe phela sihlupheka kanye naye siyawukhatimuliswa kanye naye.
Namni dheebote haa dhufu, namni bishaan barbaadus utuu gatii itti hin baasin bishaan jireenya kennu haa fudhatu" jedhee (Mul'ta 21:6;22:7).
Lowo lowomile akete; nalowo lofuna emanti ekuphila, akawanatse mahhala.
"Bakka hafuurri Yihowaa [jiru] bilisummaan jira." - 2 QOR.
"Lapho umoya waJehova ukhona khona, kuba nenkhululeko." - 2 KHOR.
Seenaa 59: Daawit Baqachuu Kan Qabu Maaliifi
Indzaba 59: Lokwenta Davide Abaleke
Attamittis ija kee siif bane?" jedhanii gaafatan.
Uwavule njani emehlo akho?"
Si'iifi dubartiittii gidduutti, sanyii kee fi sanyii ishee gidduutti diinummaa nan taasisa.
udle lutfali Iwemhlabatsi. ^^Ngitawubeka butsa emkhatsini wakho nemfati, nasemkhatsini wentalo yakho nentalo
24 Warri dorgommii fiigichaa irra jiran hundi akka fiigan, taʼus badhaasicha kan argatu isa tokko qofa akka taʼe hin beektanii?
24 Anati yini kutsi emjakweni tingijimi tigijima tonkhe, kodvwa yinye kuphela letfola umklomelo?
Walitti kan toltan, garaas kan waliif laaftan ta'aa; akkuma Waaqayyo karaa Kiristos cubbuu keessan isiniif dhiise, isinis akkasuma waliif dhiisaa.
Kodvwa phatsanani ngebumnene, nihawukelane, nitsetselelane, njengobe naNkulunkulu wanitsetselela ngaKhristu.
Kitoroorchin Aron ak weeriikyik tisiisyet
Kugcotjwa kwa-Aroni nemadvodzana akhe
Taʼus fedhiin koo utuu hin taʼin, fedhiin kee haa taʼu."
Kodvwa akwenteke intsandvo yakho, hhayi intsandvo yami."
4 Mata duree kana dura jiru irratti, gad of deebisuun amma iyyuu Kiristiyaanotaaf maaliif barbaachisaa akka taʼee fi amala kana argisiisuun maalfaa akka dabalatu barannee ture.
4 Esihlokweni lesendlulile sifundze ngekutsi kubaluleke ngani kutsi emaKhristu atfobeke kanye nangekutsi singatfobeka njani.
Daawit hariiroo Yihowaa wajjin qabu kan haaromse akkamitti?
Yini leyasita Davide kute aphindze abe nebuhlobo lobuhle naNkulunkulu?
14 Fakkeenya Daawit irraa maal barachuu dandeenya?
14 Singafundzani kulesibonelo saDavide?
Warri kaan ilaalcha keenya akka fudhatan utuu hin dirqisiisin murtoo gochuu dandeenya (Keeyyata 15 ilaali)
Singatentela tincumo ngaphandle kwekuphocelela labanye kutsi bente njengatsi (Fundza sigaba 15)
Isin amma iyyuu yaadatti hin fudhattanii yookiis hin hubattanii ree?
Nanyalo anikacondzi, futsi anikaboni?
Qorumsa Keessa Utuma Jirtanii Illee Gad Of Deebisuu ni Dandeessu
Ungahlala Utfobekile Ngisho Nobe Ulingwa
Akkasumas yeroo "rakkinni guddaan" itti jalqabu saffisiisuuf homaa gochuu hin dandeenyu.
Kute nalesingakwenta kuze sente "kuhlupheka lokukhulu" kutsi kusheshe kufike.
Mee gama kanaan, fakkeenya Nohi, Daawitii fi tajaajiltoota Waaqayyoo amanamoo taʼan kaan warra Yihowaatti amanamanii fi tarkaanfii sirrii fudhatanii irraa barumsa maalii akka argannu haa ilaallu.
Manje asesicoce ngekutsi yini lesingayifundza esibonelweni saNowa, saDavide kanye nasetincekwini taNkulunkulu lebetetsembele kuJehova futsi letenta lokutsite kuze tikhombise kutsi tiyametsemba.
Raajiin Yihudaa maqaan isaa hin caqasamne tokko utuu maal hin godhin hafeera?
Lomphrofethi waJehova lobekavela kaJuda wehluleka kwentani futsi waba yini umphumela?
Fakkeenyi dubartii hiyyeettii abbaan manaa irraa duʼee kan nama jajjabeessu akkamitti?
Kungani lesibonelo semfelokati lobekaphuyile sisikhutsata?
Inka akka nti ra nen ni lanja ni ani andhi.
Kepha ngiyetsemba eNkhosini kutsi nami ngitawuta masinyane.
Seenaa 94: Yesus Ijoollee Xixinnoo Ni Jaallata
Indzaba 94: Jesu Uyabatsandza Bantfwana
Waaʼee keenyaafi wanta itti amannu caalaatti baradhu.
Fundza kabanti ngatsi netinkholelo tetfu.
4Lafa ani dhaqu, karicha achi geessus in beektu" jedhe.
4Niyayati indlela leya lapho ngiya khona."
(trg) ="83"> Isin luboota mootii waaqaa fi lafaa ti , saba qulqullaaʼaa anaaf in taatu . "
Niyawuba ngumbuso webaphristi, nibe sive lesingcwele.'
11 Qubeewwan guguddaa akkamiitiin harkuma kootiin akkan isiniif barreesse ilaalaa.
11 Bukani kutsi tinkhulu kangakanani tinhlavu temagama lenginibhalele ngato ngesandla sami.
Bara baraaf gad of deebisnee jiraachuuf maaltu nu gargaara?
Yini letasisita kutsi sihlale sitfobekile kuze kube phakadze?
Cubbuu keenya isatti himachuu qabna.
Kufanele sivume tono tetfu kuye.
Gama kanaanis Yesuus fakkeenya gaarii taʼa.
Nakuloku Jesu wasibekela sibonelo lesihle.
Kanaaf seexanni ijoollee gooftaa irratti abboo hin qabu.
Emana sthane yete cai dujana yethaya keu rabe na,
Sagaleen immoo, "Ati ilma koo isa jaallatamaadha; gammachuun koos sitti ni raawwatama" jedhee waaqa irraa dubbate.
Kwaphindze kwevakala livi lelivela ezulwini litsi: 'Lena yiNdvodzana yami letsandzekako, ngiyemukele.'"
Qorumsa Keessatti Illee Gad Of Deebisuu ni Dandeessu
Ungahlala Utfobekile Ngisho Nobe Ulingwa
"Inni immoo, "Eenyu illee haadha manaa isaa baasee kan biraa yoo fuu dhe, ejjee, isheetti yakkeera; 12 ishee nis abbaa manaa ishee hiiktee kan biraatti yoo heerumte, in ejjiti" isaa niin jedhe.
Watsi kubo: "Lowo lodivosa umkakhe bese utsatsa lomunye umfati, unelicala kumkakhe lekuphinga.
Haala Nohi keessa ture ibsi.
Chaza simo Nowa lebekabhekene naso.
Fakkeenyaaf, tajaajila yeroo guutuu tokko keessatti utuu hirmaachaa jirruu yoo dhukkubsanne maal taana?
Nasi sibonelo: Nangabe singenela umsebenti wasikhatsi sonkhe, singase sitibute imibuto lenjengekutsi, sitawenta njani nakungenteka sigule?
Gad of deebisuun murtoo gaarii gochuuf nu gargaaruu kan dandaʼu akkamitti?
Kutfobeka kungasisita njani kutsi sente tincumo letihlakaniphile?
(Mar. 4:22) Yommuu kun taʼutti, Daawit maal godhe?
4:22) Wase wenta njani Davide?
Bilisummaan keenya daangaa qabaachuun isaa sirrii kan taʼe maaliif akka taʼe fakkeenyaan ibsi.
Niketa sibonelo lesikhombisa kutsi kungani kubalulekile kutsi inkhululeko yetfu ibe nemincele.