17 Dubartii hiyyeettii abbaan manaa irraa duʼee fi bara Yesuusitti turtes yaadaa.
17 Zirikana kandi wa mupfakazi w'umukene wo mu gihe ca Yezu.


3 2018 _ Waaqayyo Siif ni Yaadaa?
No 3 2018 | Imana yoba ikwitwararika?

□ Macaafa Qulqulluu qayyabachuu waanan barbaaduuf na haasofsiisaa.
□ Ndabasavye mumenyeshe ibijanye n'inyigisho ya Bibiliya yo ku muhana igirwa ku buntu.

Yommuu dulloomnu of gargaaruu kan dandeenyu akkamitti?
Tuzokwitunga gute mu busaza?

Biyya lafaafi wanta biyya lafaa jaallachuutti hinhidhiinaa jedha.
Ntimugakund'isi canke ibiri mw'isi.

Pheexiroosiif ergamoonni warri kaan garuu deebisanii "Nuyi namaaf abboomamuu irra, Waaqayyoof abboomamuutu nu irra jira.
Intumwa ziti: 'Dutegerezwa kwubaha Imana yo nkuru kuruta abantu.'

Namni michuu biyya lafaa ta'uu barbaadu, diina Waaqayyoo of in godha."
Uwo wese rero yipfuza kuba umukunzi w'isi, aba yigize umwansi w'Imana."

Isin hoo yaadawwan waaqeffannaa maatii keessan irratti itti fayyadamuu dandeessan akkamii argattaniittu?
Ni ivyiyumviro ibihe namwe mufise mwoganirako mu gusenga kwo mu muryango?

"Namoonni torbaatamii lamaan sunis gammachuun deebi'anii, "Yaa Gooftaa, jinniiwwanilleen maqaa keetiin nuu ajajamaniiru" jedhan.
Abigishwa mirongo indwi na babiri bagaruka banezerewe bati: "Mukama, n'amashetani twayirukanye kw'izina ryawe!"

Yeroo Kootti Sirriitti Fayyadamuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
Ni gute nokoresha neza umwanya wanje?

Egaa isaan lama miti, foon tokko malee.
Ku buryo bataba bakiri babiri, ahubwo baba ari umubiri umwe.

Namni michuu biyya lafaa ta'uu barbaadu, diina Waaqayyoo of in godha."
N'uk'umuntu wese agomba gucudika n'isi aba yigize umwansi w'Imana " (Yakobo 4:4).

Yaa nama maxxansa kana dubbisaa jirtu, kana dura amala akkanaa qabda yoo ta'e irraa deebi'i.
Igihe usoma ivyanditswe, nubone yuko ufise uruhara muri ivyo biriko biraba.

"Bakka hafuurri Yihowaa [jiru] bilisummaan jira." - 2 QOR.
"Aho impwemu ya Yehova iri, ni ho haba umwidegemvyo." - 2 KOR.

Niqoodemos immoo, "Namni erga qancaree attamitti dhalachuu danda'a?
Nikodemu aramusubiza ati: "Umuntu yoshobora ate kuvuka kandi asbaje?

Nuyi garuu akka abdii inni nuuf kenneetti bantiiwwan waaqaa haaraa, lafa haaraas warra qajeelummaan keessa buufatu ni eegganna.
Nka ko, ivyo turindiriye nk'uko Umukama yabituraganiye, ni rya juru rishasha na ya si nshasha bivyagiyemwo ubutungane.

Deebii gaaffii Maariyaamiitiin, "kun akkamitti ta'uu danda'a?
Mariya ati: 'Ivyo bishoboka bite?

Egaa isaan lama miti, foon tokko malee.
Ntibakiri babiri rero, bacitse umwe.

"Namoonni torbaatamii lamaan sunis gammachuun deebi'anii, "Yaa Gooftaa, jinniiwwanilleen maqaa keetiin nuu ajajamaniiru" jedhan.
Muri irya misi, abigishwa imirongo indwi na babiri bagaruka banezerewe, bati: "Mukama, n'amashetani twayirukanye kw'izina ryawe!"

24 Yasuus deebisee, "Akkas dubba chuu keessaniin irraa kaattaniittu; kunis caaffata qulqullaa'aa yookiis humna Waaqayyoo isa isin hin beekne kanaaf, mitii ree?
24 Yezu ababwira ati: "None si co gituma mwahuvye, kuba mutazi Ivyanditswe canke ububasha bw'Imana+?

Wixii kusoo kordha wararkeyna danbe haduu alle idmo
Ivyiza wohakura: Imana isezerana kuguha ubuzima budahera hamwe woyimenya vy'ukuri.

Qajeelinnii fi jal'inni maal walitti qabuu?
Kuko, ubugororotsi n'ubugarariji bihuriye ku ki?

1:9-11) Fakkeenya gaarii nuuf taati mitii ree?
1:9-11) Ese ukuntu atubera akarorero keza!

Qajeelinnii fi jal'innni maal walittii qabaa?
Kuko, ubugororotsi n'ubugarariji bihuriye ku ki?

Adabaa fi barsiisa gooftaatiin ijoollee keessan guddisaa malee, isaan aarsuudhaaf isaan hin tuttuqinaa!
Namwe bavyeyi, ntimutere ishavu abana banyu, ariko mubarere mu kubamenyereza ivyiza no mu kubahanura nk'uko Umukama ashaka.

Moooda thattta niyata iwatan dennnaa thamun kauda,
yanyu, nk'abantu ba Nuhu, Adiy na Thamuda,

Sakaryaaa oleee Sakaryaa olee !
Nta gukeka ko ivyo vyakomeje Zekariya.

Waaqayyo rakkina ilmaan namootaarra ga'aa jiru kan hambisu akkamitti?
Imana izokuraho gute imibabaro abantu barimwo?

Jireenya kee irratti kan jalqaba dhiibbaa guddaa uumu eenyu?
Ni nde ahambaye cane mu buzima bwawe?

hojjattoota erguuf kadhadhaa."
Nuko ni mwinginge Nyen'ivyimburwa arungike abimbuzi mu vyimburwa vyiwe.

"Yaa Maartaa, yaa Maartaa, ati in yaaddofta, waan baay'eettis hammacamta.
Agira ati: "Marita, Marita, uriganyira kandi ugahagarika umutima ku bintu vyinshi.

Nohi wanta gochuu dandaʼu irratti kan xiyyeeffate akkamitti?
Ni gute Nowa yashize umutima ku vyo yari ashoboye gukora?

hojjattoota erguuf kadhadhaa."
Nuko rero ni mwinginge Nyen'ivyimburwa arungike abimbuzi mu vyimburwa vyiwe (Matayo 9: 37-38).

Ani waaqayyo kee ti hin na'in!
Ntiweraguze, kuko ndi Imana yawe.

Waaqayyoo wajjin deddeebiʼuu isaa itti fufeera.
Yagumye agendana n'Imana.

Kanaanis namoonni hedduun Waaqayyootti amananiiru.
Benshi rero baramwemera.

Bara baraaf gad of deebisnee jiraachuuf maaltu nu gargaara?
Ni ibiki bizodufasha kuguma twifata ruto gushika ibihe bidahera?

"Simbirroonni lama beessee tokkotti gurguramuu mitii?
"None utujuri tubiri ntitugurishwa igiceri c'agaciro gatoya?

Isin immoo isaan caalaatti gatii guddaa qabduu mitii?
None ntimuziruta na kure?

Kana malees, Waaqayyo ilmaan namootaas bulchiinsa Seexanaa jalatti akka wal bulchan isaaniif heyyame.
Imana kandi yararetse abantu baritegeka bisunga ubuyobozi bwa Shetani.

Yohannis ergamaan wanta sana booda taʼu dubbateera.
Intumwa Yohani aravuga ibizoca bikurikira.

Adabaa fi barsiisa gooftaatiin ijoollee keessan guddisaa malee, isaan aarsuudhaaf isaan hintuttuqinaa!
Namwe bavyeyi, ntimutere ishavu abana banyu, ariko mubarere mu kubamenyereza ivyiza no mu kubahanura nk'uko Umukama ashaka.

Hamma anaaf dandaʼametti namoota tokko tokko oolchuuf akaakuu namootaa hundaaf waan hundumaa nan taʼe.
Kuri bose nigize vyose, kugira ngo mbashe gukiza bamwebamwe uko nshobora kwose.

maaf banyokkkk-banyokkkk deh? "
Bashikibe bo ntibari aha muri twebwe?"

Iddoo namoonni lama yookiis sadii maqaa kootiin walitti qabamanitti ani achitti isaan gidduutti nan argama'.
Kukw'ho babiri canke batatu bazoba bakoraniye mw'izina ryanje, nanje nzoba ndi hagati muri mwebewe (Matayo 18: 19-20).

Wanta gochuu hin dandeenye irratti utuu hin taʼin, wanta gochuu dandeessan irratti xiyyeeffadhaa."*
Niwibande ku vyo ushoboye, aho kwibanda ku vyo udashoboye." *

Yihowaan kana ilaalchisee, "Ibiddaa fi dhagaa bobaʼus [Googirratti], loltuu isaa irratti, saba baayʼee warra isaa wajjin jiran irrattis nan roobsa" jechuudhaan dubbateera.
Yehova avuga ati: "Umuriro be n'amazuku, ni vyo nzogwisha kuri [Gogi] no ku nteko ziwe no ku bisata vyinshi bizoba biri kumwe na we."

Ani jireenya bara baraa isaaniif nan keenna, isaan bara baraan hin badan, namni tokko illee harka koo keessaa isaan hin butatu.
Nanje ndaziha ubuzima budahera, kandi ntizizokwigera zirandurwa, kandi nta n'umwe azozishikura mu kuboko kwanje.

Haa taʼu malee, warri duraan waaqolii tolfamoo waaqeffachaa turan, foon sana nyaachuun waaqolii tolfamoo waaqeffachuu akka taʼe isaanitti dhagaʼama ture.
Abahoze basenga ivyo bigirwamana bobo, babona ko kuzirya ari nko kubisenga.

," Fayyisaan isiniif dhalateera, innis kristoos Gooftaa dha jedhanii labsan.
Ababwira ati: "Uno musi Umukiza yabavukiye, akaba ari Kristu Umukama."