36Cimon ki jo ma gitye kwede gucako lubo kore;
36 Simoonii fi warri isaa wajjin turan isa barbaacha ba'an.


Amiyogi ngima manyaka chieng', kendo ok ginilal ngang', bende onge ng'ama nyalo yudhogi kagologi e lweta.
Ani jireenya bara baraa isaaniif nan keenna, isaan bara baraan hin badan, namni tokko illee harka koo keessaa isaan hin butatu.

Amiyogi ngima ma nyaka chieng', kendo ok ginilal ngang', bende onge ng'at manyalo gologi e lweta.
Ani jireenya bara baraa isaaniif nan keenna, isaan bara baraan hin badan, namni tokko illee harka koo keessaa isaan hin butatu.

To Yesu nodwokogi kapenjogi niya, "Pok usomo gima ne Daudi otimo chieng' mane kech kaye, kaachiel gi joge?
25 Yasuus deebi see, "Daawit namoota isaa wajjin waan nyaatu dhabee yommuu beela'e, waan inni godhe isin takkaa hin dubbifnee ree?

14"Un e ler mar piny.
14"Isin ifa biyya lafaa ti.

Ne gidwoke ni, "Yesu, ja-Nazareth ema kadho."
Isaanis, "Yesuusin, namicha Naazireeti" jedhan.'

Ere kaka noyawo wengeni?"
Attamittis ija kee siif bane?" jedhanii gaafatan.

Nikech osenywolu nywol manyien, ok gi kodhi ma towo, to gi kodhi ma ok tow, gi wach Nyasaye mangima kendo mochwere.
Isin sanyii baduttii utuu hin ta'iin, sanyii hin badnettii Sagalee Waaqayyo isa jiraataa fi isa akka jirutti hafuun haaraa taatanii dhalattaniittu.

Nikech weche mokor manie muma ne ok owuok e pach dhano, to Nyasaye ema nomiyo ji owuoyo, ka gin e bwo teko mar Roho Maler.
Raajii dubbachuun takkaa jaalala namaatin hin taane; garuu namoonni Hafuura Qulqulluudhaan geggeeffamanii, wanta Waaqayyo biraa fudhatan dubbataniiru.

□ Wutim ber wubin wucak kwano Baibul kweda ki gang.
□ Macaafa Qulqulluu qayyabachuu waanan barbaaduuf na haasofsiisaa.

29 To anyisou ni kata mana Solomon e duong'ne duto ne ok orwakore ka achiel kuomgi.
29 Ani garuu isinittin hima; Solomooniyyuu ulfinna isaa hunda keessatti akka tokkoo isaaniittillee hin uffanne.

Kik iparri, nimar an e Nyasachi.
Ani waaqayyo kee ti hin na'in!

Petro gi joote mamoko nodwokogi niya, "Nyaka wawinj mana Nyasaye kende, to ok dhano!
Pheexiroosiif ergamoonni warri kaan garuu deebisanii "Nuyi namaaf abboomamuu irra, Waaqayyoof abboomamuutu nu irra jira.

Donge ngima duong' moloyo chiemo?
Jireenni nyaata hin caaluu? nafnis

Sem ma kamano ne ok oa kuom Nyasaye ma luongou!
8 Taladanu kama iman kan idiin yeedhaya.

37 Ang'eyo ni un koth Ibrahim.
37 Ani isin sanyii Abrahaam akka taatan beeka.

37 Ang'eyo ni un koth Ibrahim.
37 Ani isin sanyii Abrahaam akka taatan beeka.

Ket pachi kuom gik minyalo timo to ok kuom gik ma ok inyal."*
Wanta gochuu hin dandeenye irratti utuu hin taʼin, wanta gochuu dandeessan irratti xiyyeeffadhaa."*

Kamano koro ok gin ji ariyo, to gin mana ringruok achiel.
Egaa isaan lama miti, foon tokko malee.

8Ka Pilato owinyo lok man, lworo omedde i kome.
8 Philaaxos dubbii kana yommuu dhaga'e caalchisee in sodaate.

En pe dok onwoyo timo bal madongo kit meno.
Cubbuuwwan ciccimoo taʼan sana matumaa irra deebiʼee hin raawwanne.

11 Gin ma Daudi onongo pe twero timone: Daudi onongo pe twero loko gin ma en otimo.
11 Wanta Daawit gochuu hin dandeenye: Daawit wanta raawwate duubatti deebisuu hin dandaʼu ture.

Jadolo moro maduong' mar jo-Yahudi ma nyinge Skewa ne nigi yawuowi abiriyo mane timo kamano.
Angafa lubaa kan ta'ee Asqewaa kan jedhanii Yihudii tokkoof kana kan godhan ijoollee torba turan.

Mana kaka Wuoro chiero joma otho, kendo miyogi ngima, e kaka Wuowi bende chiwo ngima ne ngʼato angʼata mohero.
"Akkuma Abbaan warra du'an cufa du'aa kaasee, jireenya kennuuf ilmis akkasuma nama jaalatuuf jireenya ni kenna.

14 "Un e ler mar piny.
14"Isin ifa biyya lafaa ti.

Gin ango ma lanebi mo me Juda pe otimo, dok man okelo adwogi ango?
Raajiin Yihudaa maqaan isaa hin caqasamne tokko utuu maal hin godhin hafeera?

25 Omiyo, ne gipenje niya: "To kare ang'o momiyo ibatiso ji ka ok in e Kristo, kata Elija, kata Janabi?" 26 Johana nodwokogi niya: "Abatiso ji gi pi.
25 Isaan kun itti dabalanii, "Ati Kristos yookiis Eliyaas yookiis raaji cha ergs hin ta'inii maaliif cuuphxa ree?" jedhanii isa in gaafatan*.

Kata kamano, dwacha kik e ma timre, to mari e ma mondo otimre."
Taʼus fedhiin koo utuu hin taʼin, fedhiin kee haa taʼu."

Nyinge ne en Ibrahim.
ayuu yiri Ibraahim.

Wan to Roho ema miyo wabedo gi geno ni wabiro bedo e winjruok gi Nyasaye kuom yie.
Nuyi karaa Hafuura Qulqulluu abdii qajeelotatti lakkaa'amu amantii keessaa eeggachaa jirra.

To donge kata nyiminene ni kodwa kae, koso?"
maaf banyokkkk-banyokkkk deh? "

To onge ng'at ma ne nigi chir mar penje kendo.
Jecha kanaan booda namni gaafii biraa isaan gaafatee hin jiru.

12 Nikech wan dhano morem, waduto watimoga richo.
12 Mudaa kan qabnu waan taaneef, hundi keenya cubbuu ni raawwanna.

Kono yam wubedo ka winyo cikka, kono ber!
Chaiyooookkkk chaiyooookkkk cik aiyu!

Beduru mangʼwon kendo gi kech ni joweteu, ka ngʼato ka ngʼato weyo ni nyawadgi richone, mana kaka un bende Nyasaye noweyonu richou kuom Kristo.
Walitti kan toltan, garaas kan waliif laaftan ta'aa; akkuma Waaqayyo karaa Kiristos cubbuu keessan isiniif dhiise, isinis akkasuma waliif dhiisaa.

Kik uluor, kweth matin; ni kech Wuoru ohero miyou piny ruoth.
Kana keessaa hin sodaatinaa; abbaan keessan mootummaa isaa isiniif kennuu jaallateera.

Malaika nowachone ni, "Kik ibed maluor, Maria, nikech Nyasaye osetimoni ng'wono.
Ergamichis akkana jedheen "Yaa Maariyaam hin sodatiin Waaqayyoo

Nyasacha, Nyasacha, iweya nangʼo?
Waaqa koo! maalif na dhiifte!

(Mar. 4:22) Daudi notimo nang'o ka wechego nofwenyore?
(Mar. 4:22) Yommuu kun taʼutti, Daawit maal godhe?

"Simon, Simon, Satan osekwayo thuolo mondo opiedhi kaka ngano mipiedho.
Kan gooftaan osoo Pheexiroos isa hin ganin isaan jedhee maal ture (Maatewos 26:69-74)? 31 Yesus, "Simoon, Simoon, Seexanni akka namni qamadii gingilchu isin gingilchuudhaaf isin falmeera.

Kawuononi e dala mar Daudi, osenywolnu Jawar; en Kristo Ruoth.
"Hin sodaatinaa! [...] saba hundumaaf kan ta'uu, mandara Daawititti Fayyisaan isiniif dhalateera, inni immoo kristos gooftaa dha" Lk.

Wan koro waseyie, kendo wang'eyo ni in e Ng'ama Ler mar Nyasaye."
Nuti, ati Kiristoos ilma Waaqayyo jiraataa akka taate ni amanna" jechuudhaan Duuka bu'oota bakka bu'ee kan deebise isadha.

Pwodhgi gi adierani, nikech Wachni en adiera.
itti aansee dhugaa keeti jechi kee dhugaadha

To Solomon ema nogero ni Nyasaye ot.
Yasaloona ayyana yawmu alddeeni;

17 Ka ng'ato oyiero mar timo dwach Nyasaye, to obiro ng'eyo ka bende puonjna oa kuom Nyasaye adier, kata ka awacho wechena awuon.
I7Namni fedha Waaqayyoo raawwachuu barbaade, barsiifni kun Waaqayyo biraa ta'uu isaa yookiis of keessaa fuudhee dubbachuu koo in hubata.

To un donge un gi nengo mamalo moloyogi?
Isin immoo isaan caalaatti gatii guddaa qabduu mitii?

"Kama roho mar Jehova nitie, ji bedo thuolo." - 2 KOR.
"Bakka hafuurri Yihowaa [jiru] bilisummaan jira." - 2 QOR.

Omiyo ok unyal tiyo ni Nyasaye, mi kendo uchak uti ni mwandu."
Isinis akkasuma Waaqayyoodhaa fi horiidhaaf hojjechuu hin dandeessan" jedha.

To chakre chwech piny, Nyasaye nochweyogi dichwo gi dhako.
Jalqaba uumamaatti garuu Waaqayyo dhiira dubartiis in uume.

Kanyo ema Yesu nodonjoe nikech wan kotelonwa, kendo nodoko jadolo maduong' nyaka chieng' e kit tich dolo mar Melkizedek.
Iddoon sun isa yesus, inni akkuma lubummaa malkiisedeqitti bara baraan angafa lubootaa taee, dura adeemee nuuf lixee dha.