Tɔɔrɔ minw lara adamadenw kan, Ala bena o koo ɲɛnabɔ cogo di?
Waaqayyo rakkina ilmaan namootaarra ga'aa jiru kan hambisu akkamitti?


i ka ɲɛnamaya kɔnɔ:
Bara Jireenya Kee Keessatti:

25 U ye Zan ɲininga tugu ko: "Ni e te Ala ka Mɔgɔ wolomanin nin ye, ni e te Eli ye, walima kiraba, e do be mɔgɔw batize mun na?" 26 A y'u jaabi ko: "Ne kɔni be mɔgɔw batize jii la.
25 Isaan kun itti dabalanii, "Ati Kristos yookiis Eliyaas yookiis raaji cha ergs hin ta'inii maaliif cuuphxa ree?" jedhanii isa in gaafatan*.

2Aw ka arijana kɔnɔfɛnw koo miiri, aw kana miiri diɲɛ kɔnɔfɛnw na,
2 Yaada garaa keessanii wanta waaqa irra jirutti hidhaa malee, wanta lafa irra jirutti hin hidhinaa!

17Nga Yezu y'a fɔ u ye ko: "N Faa be baara la halibi, o la, ne fana b'a kɛ."
17 Yesuus garuu, "Abbaan kiyya hanga hardhaatti hojjachaa jira; anis hojjachaan jira" isaaniin jedhe.

48 An ka faama kelen wala Farisièn kelen dara a la wa?
48 Abbootii aangoo keessaa yookaan Fariisota keessaa namni tokkolleen isatti amaneeraa?

Tile saba lajɛnba: 'Kanuya tɛ ban fewu'!
Walgaʼii Naannoo "Jaalalli Matumaa Hin Badu"!

I kana silan, baa n ye i fɛ.
"Egaa ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin!

36 Simòn ni a tòɲògònw taara a ɲini.
36 Simoonii fi warri isaa wajjin turan isa barbaacha ba'an.

and be ye Thankful."
Kaalii lagii thankz'..

I sago ka kɛ dugukolo kan i ko a be kɛ sankolo la cogo min na.
Fedhiini kee akkuma samii irratti ta"e sana

11Aw k'a filɛ yan yɔrɔ sɛbɛnɔ ka bonbon cogo min na, ne yɛrɛ bolo le y'o sɛbɛn.
11 Qubeewwan guguddaa akkamiitiin harkuma kootiin akkan isiniif barreesse ilaalaa.

Aw kana hami aw fèèrèbò ko la, ko aw na mun fini don?
' jettanii waayee jireenya keessanii hin yaadda'inaa; Yookiin 'maal uffanna?

Mun na Ala b'a to tɔɔrɔw ka kɛ?
Waaqayyo Rakkinni Akka Jiraatu Maaliif Heyyame?

32Mariyamu sera Yezu fɛ dɔrɔn, a y'a kunbiri gwan a kɔrɔ k'a fɔ a ye ko: "Matigi, ni e tun be yan, ne balimacɛ tun tena sa."
32 Maariyaamis yommuu bakka Yesuus ture sana geessee isa argitetti, miila isaa irratti lafa dhooftee, "Yaa Gooftaa otoo ati asi jiraattee silaa obboleessi kiyya hin du'u ture" jetteen.

O le y'a to an lar'a la ko i bɔra Ala fɛ."
Nuti, ati Kiristoos ilma Waaqayyo jiraataa akka taate ni amanna" jechuudhaan Duuka bu'oota bakka bu'ee kan deebise isadha.

Anw b'a seereya kɛ, anw be nii banbali koo fɔ aw ye, ale min tun be ni Faa ye, ale min y'a yɛrɛ yira an na.
Jireenyichi mul ifameera; nuyi isa argineerra; isaafis dhugaa in baana; jireenya barabara isa abbaa bira ture, nuttis mul ifame kana isinitti in himna.

17Nga Yezu y'a fɔ u ye ko: "N Faa be baara la halibi, o la, ne fana b'a kɛ."
17 Yesus garuu, "Abbaan koo amma iyyuu hojjechuutti jira, anis immoo nan hojjedha" jedhee isaanitti dubbate*.

14 O de kosòn ne ka kanulenw, a' ye aw yèrèw kòlòsi bolibatoli ma.
14 Kanaaf, yaa obboloota jaallatamo waaqolii tolfamoo waaqeffachuu irraa baqadhaa.

15 Tiɲɛ na, ne b'a fɔ aw ye ko ni mɔgɔ min ma sɔn Ala ka masaya ma i n'a fɔ denmisɛn b'a kɛ cogo min na, o tigi tena se ka don a la fewu."
15Ani dhuguman isinitti hima, eenyu illee mootummaa Waaqayyoo akka mucaan simatutti kan hin siman ne, itti hin galu" jedhe.

Ne ye n yɛrɛ kɛ bɛɛ ka mɔgɔ ye waasa cogo o cogo n ka se ka dɔw kisi.
Hamma anaaf dandaʼametti namoota tokko tokko oolchuuf akaakuu namootaa hundaaf waan hundumaa nan taʼe.

Zurunaliw: Kɔrɔsili Sangaso ni Réveillez-vous !
Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa!

I kiika lata a la.
Kanaanis namoonni hedduun Waaqayyootti amananiiru.

Fɛɛn si te yen min ma dan a barika la.
Wanni hundinuu isaan uumame; waan uumame hunda keessaas wanni isaan malee uumame tokkoyyuu hin turre.

Kana siran, bari ne be n'i ye.
"Egaa ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin!

N Faa, k'a fɔ ko i ka ne kisi nin waati tɔɔrɔ ma wa?
'Yaa Abbaa, sa'aatii kana jalaa na baasi' jedhuu?

28 Nka ne mana kunun ka bò suw cèma, ne na taa aw ɲè Galile jamana la."
28 Ergan du'aa kaafamee booddee garuu, isin dura Galiilaa nan dhaqa" isaaniin jedhe.

waajuli la?
tajaa zilajaa?

9O la, Ala ye fɛɛn min jɛn k'a kɛ kelen ye, mɔgɔ si kana o faran."
9Kanaafis waan Waaqayyo walitti qabsiise, namni gargar hin baa sin!" isaaniin jedhe.

35Mɔgɔ bɛɛ ben'a lɔn o seen fɛ ko aw kɛra ne ka kalandenw ye, ni aw be ɲɔgɔn kanu."
35 Jaalala yoo waliif qabaattan, kanaan namoonni hundinuu akka isin bartoota koo taatan in beeku" jedhe*.

A ni a badenmailu tɛ bɛn."
maaf banyokkkk-banyokkkk deh? "

O n'a ta bɛɛ, aw kana siran, bari a diyara aw Faa ye k'a ka masaya d'aw ma.
Kana keessaa hin sodaatinaa; abbaan keessan mootummaa isaa isiniif kennuu jaallateera.

61Yezu y'a lɔn ko a ka kalandenw be ŋunuŋununa a ka kuma la minkɛ, a y'u ɲininga ko: "O ka gwɛlɛ aw fana ma wa?
61 Yesuusis akka barattoonni isaa waayee waan kanaa gunguman hubatee akkana jedheen; "kun isin gufachiisaa ree?

29Nga ne be ale lɔn bari n bɔra ale lo fɛ, ale lo ye ne ci fana."
29 Ani garuu isa biraa dhufe; isattu na erges; kanaafis ani isa beeka."

Nga ne sago kana kɛ, fɔɔ e sago."
Taʼus fedhiin koo utuu hin taʼin, fedhiin kee haa taʼu."

37Dawuda yɛrɛ b'a wele ko ale Matigi, a do be se ka kɛ Dawuda ka deen dama ye cogo di?"
Egaa Daawit ofii isaatii 'Gooftaa koo' jedhee erga isa waamee, attamitti immoo ilma isaa ta'a ree?" jedhe.

8Pilati y'o kuma mɛn tuma min na, a siranna kosɔbɛ.
8 Philaaxos dubbii kana yommuu dhaga'e caalchisee in sodaate.

6Bari duniya datumo, Ala xa muso nin xe le da.
Jalqaba uumamaatti garuu Waaqayyo dhiira dubartiis in uume.

Ka bò o don na, mògò si m'a ja gèlèya ka Yesu ɲininka foyi la tun.
Kana booddees namni tokko illee gaaffii isa gaafachuudhaaf ija hin jabaanne.

34Ne y'o ye, o la ne ko ale lo ye Ala Deen ye."
34 Anis argeera; akka inni ilma Waaqayyoo ta'es dhugaa ba'eera."

23Ni tulo be min fɛ ka mɛnni kɛ, o ka mɛnni kɛ."
23 Egaa, namni gurra ittiin dhaga'u yoo qabaate has dhaggeeffatu!" isaaniin jedhe.

Ala ye kanuya de jira Hadamadenw na min ɲɔgɔn tɛ yen, a kɛlen ka a Denkɛ ci o ka na sa an kosɔn.
Firdiin nuuf ta'a garuu akka hin badneef Waaqayyo tokkicha ilma isaa ergee cubbuu keenyaaf akka du'u godhe.

4An b'o sɛbɛn k'o ci aw ma waasa an ka nisɔndiya kosɔbɛ!
4Eegaa akka gammachuun teenya guutamtuuf jecha, kana hundumaa isiniif barreeysina.

Masaba ka to ɲumankɛlaw fɛ."
Dhugumatti Rabbiin warra obsan waliin jira."

Kibaro Diiman min bɔra Ala yɔrɔ
Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe

O cogo la u tè fila ye tun, fò kelen.
Egaa isaan lama miti, foon tokko malee.

Nga o kana kɛ ne sago la fɔɔ e sago."
Taʼus fedhiin koo utuu hin taʼin, fedhiin kee haa taʼu."

I kɛra mɔgɔsɔbɛ ye kofitini nin na, o la, ne bena koo caaman kalifa i ma.
Siinqeen hiika hedduu qaba.

2 Mun na Ala b'a to tɔɔrɔw ka kɛ?
2 Waaqayyo rakkinni akka jiraatu maaliif heyyame?

58Yezu y'a fɔ u ye ko: "Tiɲɛ tiɲɛ na, ne b'a fɔ aw ye ko sanni Ibrayima ka wolo, ne tun be yen."
Yesus akkas jedhe, 'dhuguma dhuguman isinitti hima Abrihaam utuu hin dhalatin iyyuu ani jiran ture!