Ici calengele abantu abengi ukumutetekela.
Kanaanis namoonni hedduun Waaqayyootti amananiiru.


byobadi na kaji kamo washikata mu yabo njibo, kaingila nabo,
Yommuu hojjetus kophee ofittii baasee dhoqqee keessa, isaan wajjin oolee bulee hojjeta.

No. 3 2018 _ Lelo Leza Ukutele Mutyima?
3 2018 _ Waaqayyo Siif ni Yaadaa?

Nga kanshi nashuka shani ica kuti nyina wa kwa Shikulu ese kuli ine?
Haati Gooftaa kootii gara kootti kan dhuftu ani eenyu? ..........." jechuudhaan ishee galateeffatte.

36 Simoni ni babena nabo babali kumusakasaka.
36 Simoonii fi warri isaa wajjin turan isa barbaacha ba'an.

□ Mwane nkeba lufunjisho lwa Baibolo lwa pa nzubo.
□ Macaafa Qulqulluu qayyabachuu waanan barbaaduuf na haasofsiisaa.

Ni lilali Ubufumu bwa kwa Lesa bukesa?
Mootummaan Waaqayyoo Yoom Dhufa?

Uyu mwaume ayaswike ati: "Bushe kuti naishiba shani, kano umo antungulula?"
Namichi ammoo 'utuu namni anaaf hin ibsin attamittiinan hubachuu danda'aa? jedhee deebise.

Aishe oya shitwa kuye, ndele kape na nande oshinima shimwe sha shitwa, eshi inashi shitwa muye.
Wanni hundinuu isaan uumame; waan uumame hunda keessaas wanni isaan malee uumame tokkoyyuu hin turre.

Te kuti mubombele Lesa ne Fyuma."
Isinis akkasuma Waaqayyoodhaa fi horiidhaaf hojjechuu hin dandeessan" jedha.

"Kange mutemwenga pano pa ntanda nangwa bintu bya pano pa ntanda ne.
Biyya lafaafi wanta biyya lafaa jaallachuutti hinhidhiinaa jedha.

Ishibilenipo na fimbi pali ifwe na pa fyo twasumina.
Waaʼee keenyaafi wanta itti amannu caalaatti baradhu.

Ino, enka ne nywene mine ya ku mutwe wenu i mibalwe yonso.
Isin garuu rifeensi mataa keessanii cuftinuu lakkaa'amaa dha.

I muswelo'ka otubwanya kwiula kimfwa kya Noa?
Fakkeenya Nohi hordofuu kan dandeenyu akkamitti?

"BUSHE Kapingula wa pano isonde ponse takacite icalungama?"
Jajjabina guddaa kanaan boqonnaan ta'a."Abbaan firdii guutummaa biyya lafaa firdii ta'u ni kenna mitii ree?"

E ico, lombeni umwine wa mulimo wa kulobolola ukuti atume ababomfi mu mulimo wakwe uwa kulobolola."
hojjattoota erguuf kadhadhaa."

Takuli Uwingabombela Bashikulu Wakwe Babili
Mooraa lama tajaajiluu hin danda'anii.

(Marko 4:22) Bushe Davidi acitile shani ilyo ulubembu acitile lwaishibikwe?
(Mar. 4:22) Yommuu kun taʼutti, Daawit maal godhe?

Mwene banwe mutabukile toni bulēme?'
T'Oraa Laa Guèère Kiikii "

Nihakuba bulyo Tire ni sidoni kazipangiwe sinte kuhita inwe mwinako yekatulo kuhita inwe.
Sitam-zadon se tabiiyat kaa haal mat puucho..!

Umutumwa Yohane alilondolwele icikakonkapo.
Yohannis ergamaan wanta sana booda taʼu dubbateera.

Inoko, bamo bādi batōta pa kala bino bilezaleza bāmwene amba kudya mwita'wa kudi pamo bwa kutōta.
Haa taʼu malee, warri duraan waaqolii tolfamoo waaqeffachaa turan, foon sana nyaachuun waaqolii tolfamoo waaqeffachuu akka taʼe isaanitti dhagaʼama ture.

Twitabije ne kuyuka'mba abe wi Mwine Ujila wa Leza."
Nuti, ati Kiristoos ilma Waaqayyo jiraataa akka taate ni amanna" jechuudhaan Duuka bu'oota bakka bu'ee kan deebise isadha.

Kanshi natumone ifyo twingasambilila kuli Noa, Davidi na ku babomfi ba cishinka bambi aba kwa Lesa abashintilile pali Yehova kabili abacitilepo fimo pa mafya bakwete.
Mee gama kanaan, fakkeenya Nohi, Daawitii fi tajaajiltoota Waaqayyoo amanamoo taʼan kaan warra Yihowaatti amanamanii fi tarkaanfii sirrii fudhatanii irraa barumsa maalii akka argannu haa ilaallu.

Watwalilile ukulapita na Leza.
Waaqayyoo wajjin deddeebiʼuu isaa itti fufeera.

na kinenwa kya Leza ne na milombelo yobekilombelela.
Dubbii Waaqayyoo fi humna kadhannaan erga keessi keenya cabee boda.

Alibuushishe na bafwa.
Namoota du'an du'aa kaase.

Alandile no kuti: "Mwilaba ne mpatila ku banenu, muleke icipyu no bukali no kootoka no musaalula pamo no bubi bonse."
Sagaleen Waaqayyoo "Hadha'ummaa, dheekamsi, aariin, waci, maqaa wal balleesuun, hamminni hundinuu isin irraa haafagaatu.

12 Langa'po shi ubape mulunda nobe kyabuntu kya mvubu.
12 Michuu keetiif kennaa gatii guddaa qabu tokko kennite haa jennu.

"Kadi nkatūla lwana pa bukata bwa abe ne mwana-mukaji ne pa bukata bwa lutundu lobe ne lutundu lwandi.
Si'iifi dubartiittii gidduutti, sanyii kee fi sanyii ishee gidduutti diinummaa nan taasisa.

4Uko ndeya, inshila mwaliishiba."
4Lafa ani dhaqu, karicha achi geessus in beektu" jedhe.

I bika byoketufwaninwepo kulonga na kyabuntu kyetu kya bwanapabo bwa kwitongela?
Mirga filannoo keenya matumaa maal gochuu hin qabnu?

Shi mwadi mundyukile, mwadi ba kuyuka ne Tata."
Utuu ana beektaniittu taʼee, Abbaa koos ni beektu turtan" jedhee deebiseef.

Bushe tamwaficila ukucindama?"
isin kumatamarra Girma tokkocha naa caala" enyutu jedhee?

Twitabije ne kuyuka'mba abe wi Mwine Ujila wa Leza."
Kunis akka ati Waaqa biraa dhufte nu amansiisa."

Mubiike ukutemwa kwenu pa fintu fya mu mulu, te pa fintu fya pa calo.
Isa lafa geessanii yaadaa malee; yaada keessan wanta isa lafarraa jiruuttii hinhidhiinaa.

Bushe Baibolo Yalicindama Muno Nshiku?
Macaafni qulqulluun yeroo ammaa faayidaa qabaa?

umwita bu Mfumwami, le penepo bibwanika namani ekale wandi mwana?"
Egaa Daawit ofii isaatii 'Gooftaa koo' jedhee erga isa waamee, attamitti immoo ilma isaa ta'a ree?" jedhe.

pa mushipiditu, tutengele na kipyupyu boloke botukulupile butamba ku lwitabijo.
Nuyi karaa Hafuura Qulqulluu abdii qajeelotatti lakkaa'amu amantii keessaa eeggachaa jirra.

12 Apo tatwapwililika, bonse fye tulalufyanya.
12 Mudaa kan qabnu waan taaneef, hundi keenya cubbuu ni raawwanna.

10 Nakabili ukulicefya kungatofwako 'ukukomeka ukubifya ku fiweme.'
10 Kana malees, gad of deebisuun 'hamaa gaariidhaan moʼuu keenya itti fufuuf' nu gargaaruu dandaʼa.

mu bumi bwenu:
Bara Jireenya Kee Keessatti:

11 Vino Davidi ataakweti amaka ya kucita: Davidi ataakweti amaka yakusisyapo vino wacisile.
11 Wanta Daawit gochuu hin dandeenye: Daawit wanta raawwate duubatti deebisuu hin dandaʼu ture.

Kabili, amabumba ya mu muulu yalemukonka pali bakabalwe ababuuta, kabili bafwele insalu ishabuuta, isha busaka, ishisuma.
Loltuun waaqa keessa immoo uffata quncoo talbaa adii fi qullaa'aa uffatani fardeen adadii irra ta'aani isa duukaa in bu'an.

Mufwaninwe kubutulwa monka.
Lammaffaa dhalachuutu si barbaachisa.

Mufwile ukufyalwa cipya.
Lammaffaa dhalachuutu si barbaachisa.

3 Lelo i bibi kwipangula mwanda waka Leza ulekele'ko masusu?
3 Waaqayyo rakkinni akka jiraatu maaliif heyyame jedhanii gaafachuun dogoggoradhaa?

Inoko, noñanga bukomo bwa kutamija buswe bwa bwine Kidishitu pa bantu bonso.
Kanaa mannaa namoota hundumaatti jaalala Kiristiyaanummaa argisiisuufan carraaqa.

Natulande pali Yuodia na Suntuki, Abena Kristu abaliko mu nshita ya batumwa.
Mee waaʼee Kiristiyaanota jaarraa jalqabaa Ewodiyaa fi Sinxiikee jedhamanii haa ilaallu.

Kebādipo bakulupile mu lusangukilo nansha kwikala'ko kwa bamwikeulu.
Qulqulloonni fi toloonni erga du'anii booda yookiis ergamoonni Waaqayyoo namaa kadhachuu hin danda'an.